ODUU/NEWS Sadaasa
Gaazexessaan Gaanaa miseensa paarlaamaa duraanii himatee US’tti miliyoonni 18 murtaaheef.OFM:Sadaasa.19/2025-Manni murtii Ameerikaa gaazexeessaa qorannoo Gaanaa Anas Aremeyaw jedhamu erga gareen inni miseensa paarlaamaa duraanii Gaanaa Keeneedii Agyaapoongiin maqaa balleessiin himatee…
