ODUU/NEWS SADAASA 26/2025
Dhaabbata Mootummoota GamtoomaniittiDhaabbanni Ittisa Dhibee HIV/AIDS qarqaarsi maallaqaa akka isa feesisu hime.OFM:Sadaasa.26/2025-Dhaabbanni Ittisa Dhibee HIV/AIDS ‘UNAIDS’ Ameerikaan deeggarsa maallaqaa hin taasistu taanaan Addunyaarra Waggaa afran dhufan keessatti namoonni Miiliyoona 6.3…
