Dhaabbilee basaasaa Ameerikaa irratti haleellaan saayibarii raawwatame.Pireezidaant Tiraamp waraana kana dhaabuuf qondaaltota ol’aanoo Iraan ajjeesuuf yaadaa jiru. Chaayinaan waraana biraa gaanfa Afrikaa ofirraa ittisuuf ‘sarara haphii’ irra deemaa jirti. Ittisa Siiviilii Sa’uudii haleellaa gareen Huutii masaraa Riyaad irratti raawwateen namoonni 11 madaa’uu beeysise.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *