UN’n Lammiileen Itiyoophiyaa Eeshiyaa keessatti hanna saayibariitiin miidhamaniiru jedhe.
Yunaayitid Isteets fi Iraan wal-haleelutti deebi’an.
Balaa kirkira lafaa Jappaan muudateen hanga ammaatti namoonni 13 du’uun mirkanaa’e.
Iraan deeggarsa misaayelaa Chaayinaarraa argachuufi.
