ARDAA SPOORTII FULBAANA 28/2025
Arsenaal duubaa ka’ee injifannoo goonfate! OFM:Fulbaana.28/2025-Piriimiyerliigii Ingilaand torbee 6ffaan Arsenaal dirreen ala Niwukaastil waliin morkatee duubaa ka’uun 2-1’n injifateera. Niwukaastil daqiiqaa 34ffaa irratti galchii lakkoofsiseen haga daqiiqaa 84ffaatti dursaa ture.…
ARDAA ISPOORTII
Tsiggee Kaahisaay Dorgommii Biskileetii Addunyaan Afrikaarraa dursummaan xummurte. OFM:Fulbaana.27/2025-Lammiin Itiyoophiyaa Tsiggee Kaahisaay Dorgommii Biskileetii Addunyaa gaggeeffamaa jiruun Afrikaarraa dursummaan xummurteetti. Haaluma kanaan Lammiin Itiyoophiyaa Tsiggee Kaahisaay Dorgommii Daandirraa Dargaggootaa kiiloomeetira…
ODUU/NEWS
Poolisiin Israa’el namicha Netaaniyaahuu ajjeesuuf Buufata Poolisiitti beeysise to’ate. OFM:Fulbaana.25/2025-Namichi Ministiira Muummee Israa’eel Beeniyaamiin Netaaniyaahuu ajjeesuuf itti dhaadate, to’annaa jala ooluu poolisiin biyyattii beeysiseera. Poolisiin akka beeysisetti namichi umuriinsaa waggaa…
ODUU/NEWS FULBAANA 2025
Irreessi hariiroo hawaas-dinagdee fi siyaasaa cimsuu keessatti gahee jabaa qaba jedhan hayyuun Yunivarsiitii Arsii Muhaammad Namoo Daandiin Oromiyaa fi Beenishaangul-Gumuuz walqunnamsiisu cufamuun rakkoo hammeesse! Namichi Filooridaatti Tiraampiin ajjeesuuf yaale yakkamaadha…
OFM;ODUU FULBAANA 24/2025
Imbaasiin Ameerikaa Lammiilee isii Seera Immigireeshinii Itiyoophiyaa kabajuus akka qaban yaadachiise. OFM:Fulbaana.24/2025-Imbaasii U.S. kan magaalaa Finfinneetti argamutti ambassadara kan ta’an Erviin Masingaa lammiileen Ameerikaa kan Itiyoophiyaa keessa jiraatan ykn daawwannaaf…
