SPORT/NEWS
Taphni Laaligaan Ispeen Bara 2025/26 Guyyaa har’aa eegala. OFM:Hagayya.15/2025-Liigota Gurguddoo Awurooppaa Shanan keessaa tokko kan tahe dorgommiin Laaligaa Ispeen har’a eegalama. Taphootni lamas baniinsa bara dorgommii 95ffaa Laaligaa kanarratti kan…
ODUU/NEWS
Gamtaa Awurooppaa daangaan Yuukireen humnaan jijjiiramuu hin qabu jedhe. OFM:Hagayya.12/2025-Hooggantootni Awurooppaa ibsa baasaniin ummanni Yuukireen egeree isaa murteeffachuuf bilisummaa qabaachuu akka qabu ibsaniiru. Hooggantootni Gamtaa Awurooppaa daangaawwan Yuukireen humnaan akka…
Pireezidaantiin Ugaandaa fayyadama bishaan Abbayyaa irratti mariyachuuf Masirii seenan.
OFM:Hagayya.12/2025-Pireezidaantiin Ugaandaa Yuweerii Museveenii walitti dhufeenna biyyi isaanii Masirii waliin qabdu fooyyessuuf darbees Laga Abbayyaa irratti tumsa biyyoota naannoo cimsuu kaayyoo jedhuun Pireezidaantii Masirii Abdulfaataa Al siisiin affeeramanii daawwannaa guyyoota…
