ODUU/NEWS
Pireezidaantiin Sooriyaa yaalii ajjeechaarraa hafan. OFM:Waxabajjii.28/2025-Pirezdaantiin Sooriyaa Ahmad Al-Shara’i yaalii ajjeechaarraa hafuun isaanii gabaafame. Miseensi ol’aanaa ISIS kan Hizbullah waliin hidhata qabu magaalaa Daraa’i keessatti Pirezidaantii Sooriyaa Ahmad Al-Shara’i ajjeesuuf…
ODUU/NEWS
Badhaasa Noobeelii Nagaa! OFM:Waxabajjii.26/2025-Tiraamp waliigaltee nagaa Iraanii fi Israa’el jidduutti jiddu galeessa ta’uun gahee isaaniitiin badhaasa Noobeelii Nageennaaf kaadhimaman. Donaald Tiraamp xalayaa ittiin kaadhimaman kana akkaawuntii tiwiitara dhuunfaa isaanii TRUTirratti…
SPORT/NEWS
Maanchister Siitiin waancaa kilaboota Addunyaa irratti tapha jalqabaasaa ni taphata. OFM:Waxabajjii.18/2025-Garee 7 keessatti kan ramadame Maanchister Siitiin, galgala sa’aatii 1:00 irratti bakka bu’aa Afrikaa Waayidaad Kaazaabilaankaa waliin taphata. Jijjiirraan tapahattootaa…
