ODUU/NEWS
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon poolisiin mormitoota miila isaanii rasaasaan rukutanii akka cabsan ajajan. OFM:Adoolessa.09/2025-Pireezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon mormiin guddataa dhufe jidduutti, Poolisoonni mormitoota dhaabbilee daldalaa irratti xiyyeeffatan miila isaanii irra…
ODUU/NEWS
Itiyoophiyaan iddoowwan waraanni Ertiraa to’attetti sarbamni raawwatamaa jira jechuun UNtti himatte. OFM:Adoolessa.09/2025-Itiyoophiyaan waraanni Ertiraa ammallee naannawwan daangaa Itiyoophiyaa to’atee akka jiruufi sabamoota sukkanneessoo raawwataa jiraachuu ilaalchisee gabaasaaleen bahaa jiraachuu Dhaabbata…
SPORT/NEWS
Morkiin nuusa xummuraa obboloota lamaan jidduutti taasifamu! OFM:Adoolessa.02/2025-Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti aeemsifamaa jiruun kilaboonni 8 nuusa xummuraaf darbuu isaanii mirkaneeffataniiru. Kilaboonni 2 Jarmaan irraa kilaboonni 2 ammoo Braazil 1 Firaans…
ODUU/NEWS
Raashiyaan Miidiyaaleen Awurooppaa 15 biyyasiitti akka hin hojjenne dhoorgite. OFM:Adoolessa.02/2025-Tarkaanfiin kun qoqqobbii Gamtaan Awurooppaa miseensota 27 qabu miidiyaalee Raashiyaa saddeetirra kaa’eef deebiidha jedhameera. Moskoon Qoqqobbii Gamtaan Awurooppaa miidiyaalee Raashiyaa hedduurra…
