ODUU/NEWS
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xummuraaf darbe. OFM:Caamsaa.08/2025PSG’n Arsenaal injifachuun xummuraa Waancaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaaf gahe. Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xummuraaf darbe. Tapha…
ODUU/NEWS
Raashiyaan meeshaa waraanaa fi loltoota gara Burkina Faasootti erguuf karoora qabaachuun isii gabaafame. OFM:Muddee.25/2025-Yaaliin fonqolcha mootummaa tibbana mootummaa biyyoota dhihaatiin deeggaramuun raawwatame hordofuun, hogganaan dargaggeessa Ibrahim Traore pireezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir…
