ODUU/NEWS

OFM:Sadaasa.02/2025-Kirkirri Lafaa naannawa magaalaa Addigiraatitti reektar iskeelii 5.2 muudate. Qorannoo Ji’ooloojii Yunaayitid Isteetis akka gabaasetti Dilbata har’aa kirkirri lafaa safara reektar iskeelii 5.2 ta’e, naannawa magaalaa Addigiraatirraa gara bahaatti kiiloo…

ODUU/NEWS

OFM:Sadaasa.02/2025-Naannoo Oromiyaatti Koreen Boordii Filannoo Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa filataman sirna kakuu taasisan. Koreen Boordiin filannoo Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaaf filataman Guyyaa har’aa Magaalaa Finfinnee Biiroo mana marichaatti…

ODUU/NEWS

A federal judge has ordered the Office of Personnel Management (OPM) to rescind its instructions to federal agencies to determine whether employees should be retained. The judge declared these instructions…

ODUU/NEWS

OFM:Guraandhala.27/2025-Naannawa daangaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaatti waldhadee muudateen namoonni ajjeefamuu hordofee nagaa buusuuf mariin taasifame. Daangaalee Itiyoophiyaa fi Keeniyaan waldaangeessan, naannoo Kibba Itiyoophiyaa aanaa Daassanach fi kaaba Keeniyaa Turkaanaa keessatti waldhabdee…

SPORT/NEWS

OFM:Guraandhala.25/2025-Meesuut Ooziil paartii siyaasaa Pireezidaantiin Turkiyyee Erdohaan hogganutti makame. Meesuut Ooziil Taphataan garee biyyaalessaa jarmaniifi Arsenaal duraanii paartii siyaasaa AK Pireezidaantii Turkiyyee Resiip Tayyip Erdohaaniin hogganamutti makamuun ibsame. Riyaal Maadridiifi…

ODUU/NEWS

OFM:Guraandhala.25/2025-Qarqaarsi Ameerikaan taasiftu adda cituu isaatiin Suudaanitti namoonni beela’aa jiru. Deeggarsi namoomaa Ameerikaa Suudaanitti adda cituun jiddugaleeyyiin soorata yeroo atattamaatti namoota harka-qalleeyyiif kennan % 80’n cufaman. Tola-ooltoonni akka jedhanitti, ajajni…

ODUU/NEWS

OFM:BREAKING NEWS:February-23/2025 An American Airlines flight out of New York was diverted to Rome on Sunday over a “possible security issue,” the airline said in a statement. American Airlines flight…