Month: November 2026

ODUU/NEWS

Tiraamp Iraan irra deebiin haleeluuf dhaadatan. OFM:Sadaasa.13/2026.Af-gaaffii miidiyaa Salem News waliin taasiseen, Pireezidaantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp haalli jiru yoo jijjiirameefi kallattii hin fudhatamnetti yoo deeme, tarkaanfii waraanaa Iraan irratti fudhachuuf…

ODUU/NEWS

Yunaayitid Isteets D.C mana jireennaa waliinii keessatti dhukaasa banameen namni 6ffaan du’uun isaa mirkanaa’uu poolisiin beeysise. OFM:Sadaasa.13/2026.Waashingitan D.C. keessatti namni ja’affaan tokko Kamisa ganama rasaasaan rukutamuu poolisiin beeysise, kunis dhimma…

ODUU/NEWS

Dimookiraatawaa Koongoo keessatti lakkoofsi namoota Iboolaan qabamanii 11,000 ol darbe, namoonni 5,387 du’an. OFM:Sadaasa.11/2026.Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo (DRC) keessatti lakkoofsi namoota Iboolaan qabaman 11,042 gaheera; yoo xiqqaate namoonni 5,387 du’aniiru. Lakkoofsi…

ODUU/NEWS

Muddama Itiyoophiyaa fi Ertiraa jidduutti hammaataa dhufe hordofee,Biyyoonni G7 ibsa baasan. OFM:Sadaasa.11/2026.Biyyoonni G7 jedhaman ibsa waloo kennaniin haalli nageennaa Gaanfa Afrikaa keessattuu Itiyoophiyaa fi Ertiraa jidduutti hammaataa dhufe isaan yaaddessuu…

ODUU/NEWS SADAASA 09/2026

Hakeem Jeffries injifannoo walakkeessa paartii Dimookiraatotaa booda ‘gatii madaalawaa’ irratti akka xiyyeeffatu waadaa seene.WHOn yaaliiwwan kilinikaa talaallii Iboolaa haaraa lamaanii raggaasise.Herzog bu’aa filannoo Israa’el fudhachuun mootummaa ijaaruuf marii eegalan.Faransaayitti haakaronni…