Yakka daddabarsa namootaa ol’aanaan barbaadamaa kan ture Yitibaarak Daawiit waahillaan isaa waliin to’atame! Muummeen Ministiraa Abiyyi “Gabaasa Waggaa” Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradaa fudhachuu fi “bu’aalee gabaasichaa” irratti mari’achuu isaanii ibsan. US Awurooppaa keessatti waraana isii haalaan hir’isuu akka dandeessu ibsame! Iraan humnoota US Kuweeti jiran rukutuu isii ibsite; gaaffii waraana yeroof dhaabuufi Hulaa Hormuz banuus kuffifte! Loltoonni kiraa sassaabdoonni biyya alaa 850 ol ta’an gara RSF goranii Sudaan keessatti lolaa akka jiran saaxilame!
