Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Itoophiyaa. Yaadni Masiriin Itoophiyaa ilaalchisuun kennite agarsiiftuu sammuu gita-bittaa bilchina hin qabneeti’ jedhe US Giriinlaand keessatti buufata waraanaa lama ijaaruuf waliigalte Mootummaan Paakistaan mormii Imraan Kaan akka gadhiifamu gaafatu dura daandii Islaamaabaaditti geessu cufan. Hoggantoonni addunyaa Israa’el Gaazaa keessatti duguuggaa sanyii raawwataa jirti jechuun himachuun; duguuggaan sanyii walirraa hin cinne ammas itti fufaa jiraachuu akeekachiisan.
