Author: Abdella Gemmedu

OUU/NEWS

Pireezidaant Doonaald Tiraamp baatii Eblaa keessa Chaayinaa daawwachuuf jiru. OFM:SADAASA.25/2025.Imalli kun kan labsame Pireezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinping Doonaald Tiraamp waliin bilbilaan erga dubbatanii booda. Tiraamp waamicha kana fudhachuu isaaniis mirkaneessanii…

ODUU/NEWS

Faawndeeshiiniin Rufayidaa Dubartoota Karaalee gara garaatiin Gumaacha Taasisan Badhaase. OFM:SADAASA.24/2025. Faawundeeshiniin Dubartoota Rufayidaa badhaasa Rufayidaa jalqabaa kan qopheesse yoo ta’u, dubartoonni Musliimaa damee adda addaatiin gumaacha olaanaa taasisan badhaafamaniiru. Saganticha…

ODUU/NEWS

Mayor-elect Zohran Mamdani said he still believes President Trump is a “fascist” and “despot,” but described their first White House meeting as “productive.” Despite months of insults during the campaign,…

NEWS/SPORT

Arsenaal olaantummaa guddaan galchii 4-1 Tootenhaam mo’ate. OFM:SADAASA.23/2025.Arsenaal Cheelsii kan sadarkaa lammaffaa irra jiru qabxii jahaan caaluun qabxii 29’n gabatee Piriimer Liigii dursaa jira. Maanchister Siitiin Niwkaasiliin. Liiverpuul ammoo Nootingihaam…

OFM;ODUU SADAASA 21/2025

Abbaan Alangaa Veenzuweelaa Badhaasa Noobeeliisii yoo fudhatte akka baqattuu siyaasaa adamfamtuutti ilaalamti’ jedhe. OFM:SADAASA.21/2025.Hoggantuun mormituu Veenizuweelaa, Noorweey deemtee yoo badhaasa Noobeelii Nagaa fudhatte akka nama to’atamuurraa ”baqataa” jirtuutti ilaalamtee adamfamti…

OFM;ODUU/NEW SADAASA 20/2025

Tiraamp kantiibaa Niiw Yoork haaraa filame Zoohraan Maamdaanii waliin wal-arguufi. OFM:SADAASA.20/2025.Pireezidaant Tiraamp kantiibaa Niiw Yoork haaraa filame Zoohraan Maamdaanii waliin Waayit Haawusitti wal-arguufi. Arrabsoofi jecha walitti darbachuu yeroo filannoo magaalattii…

OFM;ODUU/NEWS SADAASA 19/2025

Haleellaa Raashiyaan lixa Yukireenitti raawwatteen namoonni 20 ajjeefaman. OFM:SADAASA.19/2025.Haleellaa dirooniifi misaayelaa Raashiyaan lixa Yukireen magaalaa Teenoopilitti raawwatteen daa’imman lama dabalatee namoonni 20 lubbuu dhabaniiru. Namoonni 66 biroon kan madaa’an yoo…