ODUU/NEWS
OFM:Guraandhala.22/2025-Tiraamp Jeneraala Waraanaa Ol’aanaaa Biyyattii hojiirraa kaasan.Pirezidaant Doonaald Tiraamp qondaala Ameerikaa keessatti sadarkaa ol’aanaarra jiru CQ Biraawuun hojiirraa ari’aniiru. Biraawuun dura taa’aa ajajoota waliigalaa humna waraanaa ture.Donaald Tiraamp hoggansa waraanaa…
ODUU HAARAWA
OFM:ODUU GADDAA:Guraandhala.21/2025 Abbaa Tamaam(H/Abubakar Dhadachoo)Du’aan Addunyaa tanarraa godaanan. Abbaan Tamaam yookiin Sheekni Gannaalee, Jireenni isaanii Aanaa Heexosaa, Magaalaa Itayyaa yoo ta’u, Nama Hawaasa Aanaa Heexosaatiin jaallatamummaa, maqaa gaarii, akkasuma dhageettii…
SPORT/NEWS
OFM:Guraandhala.20/2025-Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni Astoon Viilaafi Liiverpuul jidduutti taphatame galchii 2 qixa xummurame. Tapha Piriimeer Liigii Ingilaand kaleessa halkan geggeefameen Astoon Viilaafi Liiverpuul galchii 2fi 2’n xummuruun qabxii qoodatan. Astoon…
ODUU/NEWS
OFM:Guraandhala.16/2025-Hoggantoonni Awurooppaa dhimma waraana Yukireen irratti torban dhufu walga’ii atattamaa ta’uuf.________________________________________Hoggantoonni Awurooppaa ejjennoon Donaald Tiraamp isaan yaaddesse, dhimma Yukireen irratti kora atattamaa akka taa’uuf jedhan ibsame. Walga’ii kana taa’uun kana…
SPORT/NEWS
OFM:Guraandhala.16/2025- Waltajjiin fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 Liyoonitti dorgomame irratti Atileet Dirribee injifatte. ________________________________________ Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 halkan edaa Faransaay Liyoonitti dorgomame injifatte.…
