ODUU/NEWS
Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin godhamaa jira. OFM:SADAASA-09/2025-Naannawaa daangaa Maaleezyiyaa fi Taayilaanditti Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu gabaafame. Namoonni 300 ta’an Bidiruu guddaa tokkoon…
ODUU/NEWS SADAASA 04/2025
Transcript Tokkummaa dhabuun gartuulee Siyaasaa Oromoo aarsaa guddaa kaffalchiisaa akka jiru himame. Hidhattoonni duraanii kumni 20 kurmaana tokko keessatti hawaasatti makamuu Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa ibse. Wayita Ministirri Raayyaa Ittisaa Ameerikaa…
ODUU/NEWS SADAASA 04/2025
Pireezidaantii Itti aanaan duraanii Ameerikaa Diik Cheenii lubbuun darban. OFM:SADAASA.04/2025-Pireezidaantii Itti aanaan duraanii Ameerikaa Diik Cheeniin umurii isaanii waggaa 84tti du’aan lubbuun darbaniiru. Akka gabaasa BBC’tti Du’a isaaniitiif sababa kan…
ODUU/NEWS SADAASA 03/2025
…Dhaabbileen Yunivarsiitii Islaamaa fi Kolleejjii Yeroo Jalqabaatiif Walga’ii Marii taasisan. Itiyoophiyaan ibsa Gamtaa Awurooppaa erga mormitee booda, yeroo jalqabaaf fooramii waloo taa’an Tiraamp “Chaayinaan Osoo Ani Aangoo Irra jiru Taayiwaan…
