Tiraampi Iraan yoo Hulaa Hormuuz hin banne ‘haleellaa laalessaatu’ isii eeggata jedhan
Raashiyaan misaayeloota baalistikiitiin Kiyiiv keessatti namoota 14 ajjeeftee 22 immoo madeessite.
Iraan USA harka micciiruuf dhiibbaa isii babal’isaa jiraachuun himame.Namoonni 150 ol ibidda bidiruu Ingilizii Channel keessatti baraaraman.
Waldaan kubbaa miilaa Paalaastaayin waraana Gaazaa keessatti gaggeeffamaa tureen taphattoonni kuma 1 ‘ol lubbuun darbuu ibsuun; FIFA irratti komii dhiheesse.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *