Naannoo Gambeellaatti namoonni madaa’an hedduun buufata fayyaatti guuramuu MSF beeysise. Mootummaan Yaman Tiraampi Huutii akka haleelaniif deeggarsa gaafate. Lammiin US tokko bara 2023 keessa Vermont keessatti barattoota Falasxiin sadii rasaasaan rukute, yakkamaa ta’ee argame. Biyyootni G7 Iraan Huutii akka hin hidhachiifne fi hin deeggarre gaafatan Uggura US booda Turkii, Iraaqii fi Joorjiyaan xiyyaara Iraan dhoorgan.
