Kaalifoorniyaan Ayyaana Iid al-Fixrii fi Iid al-Adha Ayyaana Ofiisaa Mootummaa taasifte. Qaatar akka US fi Iraan waliigalaniif dhiibbaa uumaa jiraachuu ibsite Xiyyaarri Dubaay irraa gara Israa’el balali’aa ture paayileetonni wal reebnaan Sa’uudii qubate. Yeroo duraatiif Morookoon ministara muummee dubartii filatte. Gaanaa walii galtee deeggarsa fayyaatiif US’n taasifteef kufaa goote.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *