Gamtaan Afrikaa dhimma Itoophiyaa irratti walga’ii ariifachiisaa akka waamuuf Aministiin gaafate.
US doonii waraanaa sadaffaa fi loltoota kumaatamaan lakkaa’aman gara Baha jiddu galeessaatti ergaa jirti.
Raashiyaan meeshaa waraanaa kamiyyuu fayyadamuuf qophiidha jechuun Puutin biyyoota Lixaa akeekkachiisan.
Manni Murtii Ol’aanaa Israa’el Uggura Paanaalii Filannoo Paartilee Arabaa Irratti fudhate kuffiseera.
