US Bara 2016 fi 2026 jidduutti Viizaan 200,000 kenname haqamuufi!
Yuunaayitid Isteetisiifi Deenmaarki Suudaan irratti Gamtaan Mootummootaa akka Qoqqobbii Meeshaa Waraanaa labsu dhiibbaa taasisaa jiru.
Eertiraan dooniin boba’aa qarqara Galaana
Yaman ‘ittii qabame sobaan alaabaa ishee kan fannifateefi hidhatas kan biyyattii duuka hin qabne ta’uu ibsuun waakkatte.
Pireezidaantii ittaanaan Tanzaaniyaa osoo hin yaadamin aangoo akka gadhiisan beeysisan.
