Lammiileen US waa’ee miila ikoloojii AI’n yaaddoon isaanii dabalaa dhufuu qorannoonsaaxile.Tiraampi waraanni Iraan ‘xummuramuuf akka jiru’ ibsan. Chaayinaan mirga Iraan ”eeguuf” fedhii qabaachuu ibsite. WHO Weerarri Iboolaa Koongoo keessatti ‘hanga ammaatti hin xummuramne’ jechuun akeekkachiise.
