Jeneraal Saamoraa Yuunuusi”Waraanni dhumateera, TPLF harka kennachuun ala filannoo ibaa hin qabu” jedhan. Tiraamp Badhaasa Noobeelii Nagaa dhabnaan Noorwey Qeeqan. Maaleeziyaan ibidda Indooneezhiyaa irraa dhufu Kibba Baha Eeshiyaa ukkaamsuun manneen barnootaa cufte. Suudaan naannoo Bluu Naayilii keessatti haleellaan diroonii lubbuun namoota 30 galaafate.
