Tiraamp US’n Raashiyaa weerara Saayibeeriyaatti muudate qarqaaruuf qophoofte jedhan. Meeksikoon ragaa dhukaasa daangaa kan loltoonni U.S. akka bobbaafamaniif kakaase barbaada jette. Waraanni Yaman hidhattoota Huutii hulaa Baab el-Mandab keessaa ari’uu ibse. UN’n Suudaan keessatti haleellaa llammiilee nagaarratti raawwatamu balaaleffate.
