Tiraamp xayyaaronni waraanaa US UK keessaa kan baafaman yaaddoo nageennaaf ta’uu ibsan. Miseensonni mana maree Ameerikaa Israa’el doktora hidhame Hussam Abu Safiyaa akka gadi lakkistu gaafatan. Wayita waraanni Yaman akkaan hammaatetti Huutiin buufata xiyyaaraa biyyattii haleele. Faransaay Dubbii Doonaald Tiraampiif deebii kennite.
