ARDAA ISPOORTII
Tsiggee Kaahisaay Dorgommii Biskileetii Addunyaan Afrikaarraa dursummaan xummurte. OFM:Fulbaana.27/2025-Lammiin Itiyoophiyaa Tsiggee Kaahisaay Dorgommii Biskileetii Addunyaa gaggeeffamaa jiruun Afrikaarraa dursummaan xummurteetti. Haaluma kanaan Lammiin Itiyoophiyaa Tsiggee Kaahisaay Dorgommii Daandirraa Dargaggootaa kiiloomeetira…
ODUU/NEWS
Poolisiin Israa’el namicha Netaaniyaahuu ajjeesuuf Buufata Poolisiitti beeysise to’ate. OFM:Fulbaana.25/2025-Namichi Ministiira Muummee Israa’eel Beeniyaamiin Netaaniyaahuu ajjeesuuf itti dhaadate, to’annaa jala ooluu poolisiin biyyattii beeysiseera. Poolisiin akka beeysisetti namichi umuriinsaa waggaa…
ODUU/NEWS FULBAANA 2025
Irreessi hariiroo hawaas-dinagdee fi siyaasaa cimsuu keessatti gahee jabaa qaba jedhan hayyuun Yunivarsiitii Arsii Muhaammad Namoo Daandiin Oromiyaa fi Beenishaangul-Gumuuz walqunnamsiisu cufamuun rakkoo hammeesse! Namichi Filooridaatti Tiraampiin ajjeesuuf yaale yakkamaadha…
OFM;ODUU FULBAANA 24/2025
Imbaasiin Ameerikaa Lammiilee isii Seera Immigireeshinii Itiyoophiyaa kabajuus akka qaban yaadachiise. OFM:Fulbaana.24/2025-Imbaasii U.S. kan magaalaa Finfinneetti argamutti ambassadara kan ta’an Erviin Masingaa lammiileen Ameerikaa kan Itiyoophiyaa keessa jiraatan ykn daawwannaaf…
ODUU/NEWS FULBANA 23/2025
Ayyaanonni jijjiirraa baraa saboota Kafichoofi Hadiyyaa kabajame. OFM:Fulbaana.23/2025-Ayyaanonni jijjiirraa baraa saba Kafichoo Maashqaaroo fi kan Hadiyyaa Yaahoodeen kabajamee oole. Ayyaanni jijjiirraa baraa Saba Kafichoo Mashiqaaroon bakka hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaafi…
