ODUU/NEWS
Netaaniyaahuun Daawwannaa murteessaa jedhame Donaald Tiraamp wajjin wal arguuf Filooriidaatti qajeelan. OFM:Muddee.28/2025.Ministirri Muummee Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuun Dilbata har’aa gara Ameerikaatti balali’uun pireezidaant Doonaald Tiraamp waliin wal arguuf jiru. Walgahiin kunis…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 25/2025
Masriin buufata doonii Eertiraa fi Jibuutii misoomsuuf walii galuun dhagahame. OFM:Muddee.25/2025.Masriin Buufata Doonii Eertiraa fi Jibuutii misoomsuuf biyyoota waliin waliigaltee irra gahuu gaazexaan The National gabaaseera. Masriin buufata doonii Eertiraa…
ODUU/NEWS
Baankiin biyyaalessaa Baankonni dhugummaa Ragaa barnoota hojjetoota isaanii akka qulleessan ajaje. OFM:Muddee.23/2025.Ragaaleen barnootaa sobaa, akkasumas ragaa digirii bitamu hordofuun, Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa ragaan barnootaa hojjettoota baankota biyyattii keessa jiranii akka…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 23/2025
Hogganaan Waraana Liibiyaa caccabaa Xayyaaraa keessatti du’ee argame. OFM:Muddee.23/2025•Hogganaan waraana Liibiyaa Mohaammad Alii Ahmed Al-Haddad fi namoonni afur Kiibxata halkan Turkiyaatti balaa xiyyaaraa muudateen du’uu isaanii Ministirri Muummee Abdulhamid Dbeiba…
