OFM;ODUU/NEWS Amajjii 13/2026
Giddugalli Tursiisaa Yeroo Qilinxoo Shakkamtootaan garmalee guutame. Godina Lixa Oomootti lammileen Turkii daawwannaarra turan lamaafi shufeerri tokko hidhattootaan ajjeefaman. Ameerikaan biyyoota Iraan waliin daldalan irra taarifa %25 keesse. Kibba baha…
OFM;ODUU/NEWS
YouTuber’ beekkamaan ‘IShowSpeed’ Finfinnee seene. OFM:Amajjii.13/2026.‘YouTuber’ Ameerikaa beekkamaan ‘IShowSpeed’ yookaan Daaren Waatkiins Finfinnee daawwatee jira. Hordoftoota miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 ol kan qabu Daaren Waatkiins, Finfinnee wayita daawwatu kanatti…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 12/2026
Walga’iin idilee Koree Dhaabbii Gamtaa Afrikaa nageenna bishaan Afrikaa irratti xiyyeeffate har’a eegala. Bulchiinsi Tiraamp humna dabalataa gara Minesotaa erguufi. US Kuubaa akeekkachiistee, ‘Osoo hin barfatin waliigalteerra ga’uu ykn balaa…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 12/2026
Ministirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas Araqichi akka jedhanitti, jeequmsi biyyattii keessatti uumame ”guutumaan guututti to’annoo jala ooleera” jedhan. OFM:Amajjii.12/2026.Ministirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas Araqichi jeequmsa kutaalee biyyattii adda addaa keessatti…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 11/2026
Miniyaapolisitti mormii dhalateen poolisiin madaaye, namootni hidhaman. OFM:Amajjii.11/2016.Dubartiin qaamolee seera Immigireeshinii kabachiisanii itti dhukaafamee du’uusii hordofee mormii dhalateen Poolisiirra miidhaan gaheera, Namoonni 29 akka to’atamanis gabaafame. Poolisiin tokko cabbiin itti…
OFM;ODUU/NEWS 09/2026
Waldaan Haakimoota Oromiyaa komiin kafaltii yeroo hojii sa’aatii dabalataa(Duty) ogeeyyii fayyaa akka furamu gaafate.Ji’oota jahan darban Affaaritti godaantotni seeraan alaa 8000 tti tilmaaman to’annoo jala oolfamuun ibsame.Miniisootaatti miseensi Seera Kabachiisaa…
OFM;OODUU/NEWS AMAJJII 07/2026
bsa Waloo Itiyoophiyaa fi Emireetota Araba Gamtoomanii. Mootummaan liqeessitoota waliin waliigalteerra gahuu hordofee gatiin boondii liqaa Itiyoophiyaa daballii agarsiise. Tiraamp Veenzuweelaan boba’aa barmeela miliyoona 50 ta’u USf dhiyeessiti jedhan. Ameerikaan…
