OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 07/2026
Pireezidaantiin Turkii Xaayib Erdoogaan, gita isaanii kan Gamtaa Arabaa Eemireetotaa waliin rakkoo Gaazaa, Somaaliyaafi Yaman irratti bilbilaan mari’atan. OFM:Amajjii.07/2026.Pireezidaantiin Turkii Xaayyib Erdoogaaniifi Pireezidaantiin Gamtaa Arabaa Eemireetotaa (UAE) Sheek Mohammed biin…
OFM;ODUU/NEWS
Galii daldalaan addunyaa kurnan keessaa tokko kan ta’e Carrefour Group gabaa Itiyoophiyaa seene. Roodrigeez pireezidaantii ta’uun kakuu raawwatte, Maaduroon mana murtiitti qulqulluu ta’uu himan. Kirkirri lafaa cimaan humna reekter iskeelii…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 06/2026
Somaaliyaan Israa’el Qondaala isii gara Somaalilaand erguu baleelffatte. OFM:Amajjii.06/2026.Gamtaan Afrikaa beekamtii biyyummaa Israa’el bulchiinsa Somaaliyaa irraa addatti of baastee of bulchitu, Somaalilaandiif, kennuu ilaalchisee wayita kora waametti, qondaalli Israa’el Somaalilaanditti…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 05/2026
Hogganaan ol’aanaa UN ‘seerri idil-addunyaa kabajamuu dhabuun yaaddessaa dha’ jedhan. OFM:Amajjii.05/2026.Manni Maree Nageennaa UN kora ariifachiisaa waameen hogganaa olaanaa dhaabichaa Antooniyoo Guteerees bakka bu’uun Roozmeerii Dikaarloo ibsa dhaabichaa dubbisaniiru. Guteerees,…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 05/2025
Tuutni Gadaa Michillee Gooba kennuuf Tarree Leediitti Buttaa qale! Alii Ahimad taphataan hidda Oromoo qabu Noorwich Siitiif mallateesse. Deenmaark doorsisa Tiraamp Giriinlaandii irratti geeggeessan akka dhaaban akeekkachiifte. Ameerikaan Veenzuweelaa keessatti…
OFM;SPORT/NEWS ARDAA ISPOORTII
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni mo’anii darbuu lama ni taphatamu. OFM:Amajjii.05/2026.Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni mo’anii darbuu lama ni taphatamu. Galgala sa’aatii 1:00 jalqabee Ijipti Beeniin waliin…
ODUU/NEWS
Dhaabbanni Basaasa Ameerikaa (CIA)n himannaa Puutiin haale! OFM:Amajjii.01/2026.CIAn Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin ”Yukireen na ajjeesuuf masaraa kiyyarratti haleellaa gaggeessite” jechuun odeeffannoon Doonaald Tiraampitti odeeffannoo himan kan dhugaarraa fagaate ta’uu CIAn…
