ODUU/NEWS

Tapha Piriimiyer Liigii Ingilaand Torbee 10ffaa Saandarlaandii fi Evartan jidduutti har’a ni taasifama. OFM:Sadaasa.03/2025-Piriimiyer Liigiin Ingilaand torbee 10ffaan har’a galgala sa’aatii 5:00tti tapha Saandarlaand Evertan waliin taphataniin xummurama. Waggoota toorba…

NEWS/ODUU

Maanguddoon waggaa 92 yeroo 8ffaaf filannoo mo’achuun Kaameeruun jeequmsatti galche! OFM:Onkoloolessa.29/2025-Ministirri dhimma biyya keessaa Kaameeruun Pool Ataangaa Nijii filannoon walqabatee jeequmsa biyyattii keessatti deemaa jiruuf kan itti gaafatamu dursaa mormitootaa…

NEWS/ODUU

Fnciltoota Suudaan RSF’n Magaalaa to’atamte keessatti ajjeechaan jumlaa raawwatamuun gabaafame. OFM:Onkoloolessa.29/2025-Suudaan Eel-Faasheer keessatti gareen ‘Rapid Support Forces (RSF) namoota nagaa kuma lamaa ol guyyoota darban keessa ajjeessuu Ze Gaardiyaan gabaase.…

ODUU/NEWS

Manguddoon ganna 92 Pawul Biyaan filannoo Kaameeruun injifachuu labsan. OFM:Onkoloolessa.27/2025-Manni Maree Heera Mootummaa Kaameeruun Pireezidaantii aangoo irra jiran Pool Biyaa sagalee gara %54 argachuun filannoo pireezidaantummaa injifachuu labse. Akka anga’ootni…

ODUU/NEWS

Ameerikaan “TikTok” dhuunfachuuf haal-duree xummure jette! OFM:Onkolooleessa.27/2025-Ameerikaan “TikTok” dhuunfachuuf haal-dureen barbaachisu hundumaa xummuramuu Ministirri Qabeennaa Ameerikaa Iskooti Besenti ibsaniiru. Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gita isaanii Chaayinaa Shii Jinpiing waliin Kooriyaa…

NEWS/SPORT

Arsenaal Kiristaal Paalaasiin Injifate. OFM:Onkolooleessa.26/2025-Piriimeer Liigii Torbee 9ffaa har’aatiin Arsenaal galchii 1 fi 0n Kiristaal Paalaas injifateera. Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaa guyyaa har’aa taphatameen, Arsenaal Kiristaal Paalaas injifachuun…

ODUU/NEWS

President Donald Trump’s three-nation tour of Southeast Asia—his first since returning to office—focuses heavily on trade diplomacy and strategic engagement. Beginning in Malaysia, Trump is set to meet Prime Minister…