Month: October 2026

ODUU/NEWS

Somaaliyaan muddama Itiyoophiyaafi Ertiraa jidduutti dhalate ilaachisee ijjannoo walabaa akka qabdu ibsite. OFM:Onkoloolessa.13/2026.Muddama Itiyoophiyaa fi Eertiraa jidduutti uumame ilaalchisee Somaaliyaan ijjennoo isii ibsiteetti. Itti aanaan Ministira Dhimma Alaa Somaaliyaa Hasan…

ODUU/NEWS ONKOLOOLEESSA 13/2026

Somaaliyaan muddama Itiyoophiyaafi Ertiraa jidduutti dhalate ilaachisee ijjannoo walabaa akka qabdu ibsite.Poolisoonni immigireeshinii mana Ilhaan Omaar sakatta’an.Haleellaan Huutii hammaannaan aanga’oonni Sa’uudii buufatni xiyyaaraa Riyaad akka cufamee turu murteessan.NATOn yoo Gamtaan…

ODUU/NEWS ONKOLOOLEESSA 13/2026

Poolisoonni immigireeshinii mana Ilhaan Omaar sakatta’an. OFM:Onkoloolessa.13/2026.Ejentoonni/poolisoonni immigireeshinii Ameerikaa qorannoo yakkaa gaggeessaa jiraniif mana bakka buutuu ummataa Mineesotaa kan taate Ilhaan Omaar sakatta’an. Ejentoonni Qorattoonni Dhimma Nageenya Biyyaa Keessaa (HSI)…

ODUU/NEWS ONKOLEESSA 12/2026

Mootummaan Federaalaa hanga filannoon naannoo gaggeeffamutti “Tigraay guutuu akka bulchu” himame.Seneterri paartii Rippabilikaan walii galteen diizilaa Tiraamp seeraan ala ta’uu akka malu dubbatan.Kooriyaan Kaabaa misaa’ela balistikii hedduu gara galaanaatti dhukaaste.Haleellaa…