ODUU/NEWS SADAASA 04/2025
Transcript Tokkummaa dhabuun gartuulee Siyaasaa Oromoo aarsaa guddaa kaffalchiisaa akka jiru himame. Hidhattoonni duraanii kumni 20 kurmaana tokko keessatti hawaasatti makamuu Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa ibse. Wayita Ministirri Raayyaa Ittisaa Ameerikaa…
