Author: Abdella Gemmedu

ODUU/NEWS

Thousands of demonstrators across the U.S. and abroad gathered for “No Kings” rallies to protest President Donald Trump’s leadership, particularly amid an ongoing government shutdown. Protesters voiced concerns about authoritarian…

ODUU/NEWS 10/15

Tensions reignited Wednesday along the Pakistan-Afghanistan border, resulting in the deaths of civilians and military personnel and unraveling a fragile truce that followed deadly weekend clashes. The Afghan Taliban reported…

ODUU 10/14/2025

AMG Holdiingi warshaa fedhii Omisha daawwitii biyyattii 90% sagaltama guutuu danda’a jedhame ijaaruuf akka jiru ibse. OFM:Onkoloolessa.14/2025-Warshaan daawwitii fedhii omisha daaawwitii biyyattiin feetu dhibbeentaa sagaltama guutuu danda’u ijaaruuf akka jedhu…

ODUU 10/14/2025

OFM:ODUU HAARAWA:Onkoloolessa.14/2025 Fincilli qeerroo Madagaaskaar pirezidaantii biyyaa hariinaan waraanni aangoo qabachuu labse! Madagaaskaritti mormii qeerroon biyyattii eegaleen pireezidaantiin biyyaa dheessuun humni waraanaa aangoo qabachuu beeysise. Akka gabaasaaleen jedhanitti Pireezidaant Raajoo’elinaa…

ODUU/NEWS ONKOLOOLEESSA 13/2025

Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaatti bara 2025’tti hiyyummaa dhibbentaa 43’n dabaluu danda’aa’ jedhe. OFM:Onkolookessa.13/2025-Gabaasni Baankiin Addunyaa hiyyummaa fi walqixxummaa qabeennaa ilaalchisuun tibbana baase akka tilmaama kaa’etti, Itiyoophiyaa keessatti bara 2025tti sadarkaan hiyyummaa…

ODUU/NEWS

Affaaritti balaa kirkira lafaan lubbuun nama tokkoo yoo darbu manneen kuma 43 ol tajaajilaan ala ta’an. OFM:Onkoloolessa.12/2025-Naannoo Affaar Godina Kaabaa Aanaa Barhaaleetti balaa Kirkira Lafaa muudateen namaafi qabeennarra miidhaan gahe.…

ODUU/NEWS

OFM:ODUU GADDAA:Onkoloolessa-12/2025 ••••••••••••••••••• Caffaa Roobiititti Balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 10 darbe. Naannoo Amaaraa Godina saba Oromoo magaalaa Caffaa Roobiititti balaa tiraafikaa dhaqqabeen lubbuun namoota 10 darbe. Balichi konkolaataan deddeebisaa…

ODUU/NEWS

Chaayinaan saayintistoota idil-addunyaa hawwachuuf gosa viizaa haaraa ‘K Visa’ jedhamu eegalte! OFM:Onkoloolessa.11/2025-Chaayinaan dorgomtummaa addunyaa gama saayinsii fi teeknooloojiin qabdu cimsuuf sagantaa viizaa haaraa ‘K Visa’ jedhamu eegalte. Viizaan kun dargaggoota…