ODUU/NEWS HAGAYYA 24/2026
Chaayinaan duula dhiibbaa Yunaayitid Isteets Iraan irratti taasiftu kufaa goote. OFM:Hagayya.24/2026.Chaayinaan tattaaffii Ameerikaan qoqqobbii diinagdee Iraanirratti kaa’uuf taasiftu mormuun, qoqqobbii fi dhiibbaan waldhabdee kana hin furu jette. Dubbi himaan Ministeera…
