ODUU/NEWS

Ministeerrri Geejjibaa Ayyaana Irreessaaf hanqinni geejjibaa akka hin muudanneef qophiin taaasifame jedhe. OFM:Onkoloolessa.01/2025-Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii Ayyaana Irreessaaf hanqinni geejjibaa akka hin muudanneef qophii barbaachisaan taasifameera jedhe. Gorsaan Ministir Deetaa Ministeera…

ODUU/NEWS

Kirkirri lafaa cimaan Filippiinsitti muudatee lubbiun namoota hedduu darbe. OFM:Onkoloolessa.01/2025-Filippiinsitti kirkira lafaa reektar iskeeliii 6.9 muudateen yoo xiqqaate namoonni 69 du’an. Keessumaa bulchiinsa Cebu jedhamu keessatti miidhan qaqqabe guddaa ta’uurraa…

ODUU/NEWS

Mishigaanitti namichi dhukasa banee waldaa gube namoota afur galaafate. OFM:Fulbaana.29/2025-Mishigaanitti hidhataan tokko konkolaataadhan waldaa amantoota Kisristaanaa konkolaataadhaan cabsee seenee dhukaasa banuun ibidda itti qabsiise namoota afur galaafatee namoota biroo saddeet…

ODUU/NEWS

Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa irraa ibsa kenne. OFM:Fulbaana.29/2025-Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ibsa baaseen, qaala’insi gatii yeroo dhaa gara yerootti hir’achuun dhibbantaa 13.6 irra ga’uu ibseera. Kanaafis…