Author: Abdella Gemmedu

ODUU/NEWS 6/22/26

Raashiyaan Yukireen keessatti naannoo namoota siiviilii irratti haleellaa xiyyaaraa bal’aa raawwatte.! OFM:Waxabajjii.22/2026.Humnoonni Raashiyaa halkan tokkotti guutuu Yukireen keessatti naannoo namoota siiviilii fi bu’uuraalee misoomaa irratti haleellaa xiyyaaraa bal’aa raawwachuu isaanii…

ODUU/NEWS

Humnootni siyaasaa Suudaan Finfinneetti marii karaa nagaa itti qajeelchan irratti walii galan. OFM:Waxabajjii.05/2026.Gamtaan humnoota siyaasaafi siiviilii Suudaan adeemsa nagaa waraana Suudaan dhaabsisuuf kaayyeffate jalqabuuf mul’ata waloo irratti waliigaltee irra akka…

ODUU/NEWS

Aanaa Walmaraatti himatamaan dhaddacha gubbaarratti dhukaasa bane Abbaa Seeraa dabalatee namoota lama ajjeese. OFM:Waxabajjii.05/2026.Godina Shawaa Lixaa, Mana Murtii Aanaa Wal Maraatti himatamaan dhaddacha irratti dhukaasa bane Abbaa Seeraa Dhaddachaafi nama…

ODUU/NEWS

Tiraampi suuraa Iraan alaabaa USA’tiin haguugamte qooduun isaanii falmii kaase.! OFM:Caamsaa.23/2026.Waldhabdeen dippilomaasii Waashingitanii fi Tehiraan jidduutti deemaa jiru of eeggannoo cimaan wayita barbaachisutti, Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi suuraa kaartaa Iraan…

ODUU/NEWS

Jarmaniin ergama Biriteen durfamuun nageenna galaanaa Strait of Hormuz keessatti eeguuf qophaa’aa akka jirtu dubbatte. OFM:Caamsaa.23/2026.Waldhabdeen Baha Jiddu Galeessaa (keessattuu Ameerikaa fi Israa’eel fi Iraan jidduutti) daandii boba’aa fi daldalaa…

ODUU/NEWS

Pireezidaanti Masoud Pezizkian, Iraan gaaffii dhukaasa dhaabuu Ameerikaaf deebii kennite; jechuun “Mariif harka kennuu jechuu miti”jedhan. OFM:Caamsaa.11/2026.Iraan sanada waliigaltee dhukaasa dhaabuu Ameerikaan isiif dhiheessite qorattee deebii isii karaa ambaasaaddara Paakistaaniin…

ODUU/NEWS

Walfalmii murteessaa hoggantoota humna guddaa qaban Beejiingitti Tiraampii fi Xi Jinping jidduutti fulaa-fuulatti taasisuufi. OFM:Caamsaa.11/2026.Walgahiin hoggantoota gurguddoo madaallii siyaasa addunyaa murteessuu fi xiyyeeffannoo hedduu hawwatu boru Beejiingitti ni gaggeeffama. Mariin…