ODUU/NEWS
Pireezidaantiin Sooriyaa yaalii ajjeechaarraa hafan. OFM:Waxabajjii.28/2025-Pirezdaantiin Sooriyaa Ahmad Al-Shara’i yaalii ajjeechaarraa hafuun isaanii gabaafame. Miseensi ol’aanaa ISIS kan Hizbullah waliin hidhata qabu magaalaa Daraa’i keessatti Pirezidaantii Sooriyaa Ahmad Al-Shara’i ajjeesuuf…
