ODUU/NEWS August 2/2026
The United States has paused its planned attacks on Iran after President Donald Trump said that the early outlines of a new agreement are in place. In a message posted…
The United States has paused its planned attacks on Iran after President Donald Trump said that the early outlines of a new agreement are in place. In a message posted…
A powerful earthquake has struck southern Japan, causing major damage across Kumamoto Prefecture and nearby regions. The quake hit with a magnitude of 7.1 on Japan’s scale, 6.8 on the…
Hamaas Hidhannoo hiikkachuun yoo Israa’el guutummaatti waraana dhaabuun Gaazaa keessaa baate qofa jedhe. OFM:Adoolessa.31/2026.Hidhannoo ulfaataa keenna kan hiikkannu yoo Israa’el waraana dhaabdee, Gaazaa keessaa baate qofa jechuun Hamaas ibsa haaraa…
Badhaafamtuu Noobeelii Naadiyaa Muraad Mootummoonni waadaa waggoota 75 dura seenan cabsaniiru jette. OFM:Adoolessa.30/2026.Mootummoonni waadaa galan kabajuu dhabuun Lammiileen miiliyoona 118 ol humnaan akka buqqaafaman sababa ta’eera jechuun Naadiyaan dubbatteetti. Dhaabbata…
Iraan deeggarsa misaayelaa Chaayinaarraa argachuufi. OFM:Adoolessa.29/2026.Torbanoota dhufan keessa; Iraan misaa’eloota 400 ta’an Chaayinaarraa argachuuf akka jirtu maddeen dhimma kana keessa beekan Rooyitarsitti himaniiru. Iraan sirna misaa’eloota dhukaasuuf ishee gargaaru kana…
UN’n Lammiileen Itiyoophiyaa Eeshiyaa keessatti hanna saayibariitiin miidhamaniiru jedhe.Yunaayitid Isteets fi Iraan wal-haleelutti deebi’an.Balaa kirkira lafaa Jappaan muudateen hanga ammaatti namoonni 13 du’uun mirkanaa’e.Iraan deeggarsa misaayelaa Chaayinaarraa argachuufi.
President Volodymyr Zelensky of Ukraine met with President Trump at the White House earlier in the day. Their relationship, once strained, has recently improved. Zelensky described the meeting as “good,”…
Prime Minister Benjamin Netanyahu met President Trump at the White House on July 28, 2026. Multiple reliable sources confirm this meeting, including The Times of Israel, Reuters, CBS News, NBC…
A U.S.–Russian crew returned safely to Earth after spending 241 days on the International Space Station. NASA astronaut Chris Williams and Russian cosmonauts Sergei Kud‑Sverchkov and Sergei Mikaev landed in…
Pireezidaanti Traamp sirna awwaalcha loltoota USA afur Baha Jiddu Galeessaatti ajjeefaman irratti hirmaatan.IMF’ ibsaafi interneetiin yoo fooyya’e, hubannoon namtolchee dinagdee Afrikaa dhibbeentaa 4n guddisuu danda’a jedha.Huutii Yaman dooniiwwan boba’aa Sa’uudii…