SPORT/NEWS
Seattle is alive with celebration after the Mariners ended a decades-long ALCS drought with a thrilling 15-inning Game 5 victory, the longest winner-take-all game in MLB history. Lifelong fan Chuck…
Seattle is alive with celebration after the Mariners ended a decades-long ALCS drought with a thrilling 15-inning Game 5 victory, the longest winner-take-all game in MLB history. Lifelong fan Chuck…
WFP Baqattoota Itiyoophiyaa balaan beelaa muudataa jira jechuun akeekkachiise.Murteen barnoota afaan Ge’ez manneen barnootaa naannoo Amaaraa hunda keessatti kennamu mormii cimaa muudateera.Godina Wollootti jiraattonni ummanni afaan Ge’ez dubbatu hin jiru,…
OFM:ODUU HAARAWA:Onkol-10/2025 •••••••••••••••••••••• Maariyaa Korina Machaadoo Venezuweelaa irraa Badhaasa Noobeelii Nagaa Mo’atte! Badhaasa Nobeelii Nagaa bara 2025 Doonaald Tiraamp ni mo’atan jedhamee osoo eegamuu dubartiin Venezuweelaa Maariyaa Koorina Machaadoo mo’atte.…
Kiim Joong Un Yeroo kaluutti naannoo galaanaa to’anna jedhan. OFM:Onkoloolessa.09/2025-Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Un humnoota galaanaa naannichaa keessaa isa sodaachisaa ta’e tokko ijaaruun balaa US fi “diina” naannoo isii…
President Donald Trump announced on Truth Social that Israel and Hamas had agreed to the first phase of a peace plan aimed at ending the war in Gaza. The deal…
Mariin nagaa Israa’eliifi Hamaas ‘abdii guddaa’ kan qabu ta’uun ibsame. OFM:Onkoloolessa.08/2025-Gorsaa itti gaafatamaa biiroo siyaasaa Hamaas Taher al-Nunu akka jedhanitti, “mariisiftoonni marii kun waliigalteen gaariii waraana kanatti xummura godhu taasisuuf…
Haakeroonni Kooriyaa Kaabaa maallaqa guddaa hatuun rikaardii cabsan! OFM:Onkoloolessa.08/2025-Haakeroonni Kooriyaa Kaabaa dureeyyii maallaqa kirpitoo qaban irratti xiyyeeffachuun isaanii dabalaa dhufeera jedhan qorattootni. Akka ibsa qorattootaa kanaatti namootni hojii hanna gama…
https://youtu.be/MfSOIryXeP0?si=svcY5SJf5_NZGght
heekni Kabajamaa fi Geggeessaan Hawaasaa Sheek Gunjaa Roobalee Aanaa Martiitti Ajjeefaman. Waldaan Barsiisota Itiyoophiyaa Ogummaan Barsiisummaa deeggaruun filatamaa akka ta’u gochuu qabna jedhe. Waldaa Barsiisota Itiyoophiyaa. Tiraamp mariisistoonni marii nagaa…
Puutiin “Dargaggoonni hundi gara adda waraanaa Biyya Abbaa Raashiyaa ykn du’aatti” jechuun waamicha godhan.OFM:Onkoloolessa.02/2025-Miseensota NATO waliin wal dhabdee keessa kan jirtu Raashiyaan, abbaa biyyummaa isii kabachiisuuf wixinee waraanaa seenaa isii…