OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 19/2026
Konkolaattonni elektirikii Chaayinaa Ameerikaa Kaabaa seenuun falmii haaraa kaase. OFM:Amajjii.19/2026.Murtee Kaanaadaan konkolaattota elektirikii Chaayinaa (EV) biyya isii akka seenan hayyamuuf murteessite US’f ”baay’ee yaaddessaa fi rakkoo qabaachuu” Washingitan beeysisteetti. Akka…
OFM;ARDAA ISPOORTII AMAJJII 18/2026
Senegaal Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 35ffaa taate! OFM:Amajjii.18/2026.Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorookoon gaggeeffamaa tureen senegaal galchii 1 fi 0’n Moorokoo Injifachuun Shaampiyoonaa taatee jirti. Senegaal Seenaa isii keessatti si’a 2ffaaf…
OFM;ARDD ISPOORTII AMAJJII 18/2026
Seattle crushed the 49ers 41–6, and the game showed just how dominant the Seahawks’ defense has become. San Francisco came in as one of the hottest teams in the league,…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026
Ogeessi Aartii beekamaa Natsaannat Warqinaan du’aan lubbuun darbe. OFM:Amajjii.16/2026.Ogeessi Aartii beekamaan Natsaannat Warqinaa dhibee irra bubbuleen du’aan addunyaa tanarraa godaaneera. Natsaannat fiilmiiwwan koomeedii jaallatamoo hedduu qopheessuufi taatoo ta’uun beekama. Televizhiinii…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026
Pireezidaanti Tiraamp Mormii Minisoota Keessatti adeemsifamaa jiru dhaabsisuuf Humna Waraanaa fayyadamuuf doorsisan. OFM:Amajjii.16/2026.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp mormii farra ICE (Immigration and Customs Enforcement) Minneapolis, Minisootaa keessatti geggeeffamaa jiru dhaabuuf humna…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026
Paarlaamaan Awurooppaa raawwiin nagaa fi dimokiraasii Itiyoophiyaa gadi aanaa ta’uu naaf beekaa jedhe. OFM:Amajjii.16/2026.Jeequmsa siyaasaa biyya keessaa fi waldhabdee ji’oopoolitikaa humnoota alaa gaanfa Afrikaa waliin jiran jidduutti, raawwiin nagaa fi…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026
Ministiroonni Dhimma Alaafii Bishaanii Itiyoophiyaa Juubaa daawwatan. OFM:Amajjii.15/2026. Sochiin dippilomaasii naannoo cimee itti fufee wayita jirutti, Ministeerri dhimma Alaa Itiyoophiyaa fi Ministirri Bishaaniifi inarjii qondaalota ol’aanoo kaan wajjin Suudaan Kibbaa…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 15/2026
Seattle Police Department (SPD) held a significant community meeting today, January 14, 2026, called “Our City, Our Safety” at the Rainier Beach Community Center, where Chief Shon Barnes and South…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 14/2026
Raashiyaan uggura Ameerikaan irra keesse hordofee imala viizaa irraa bilisa biyyoota Afrikaa gara 15tti guddisuufi. OFM:Amajjii.14/2026.Raashiyaan uggura Ameerikan biyyoota Afrikaa irra keesse hordofee imala viizaa irraa bilisa ta’e biyyoota Afrikaa…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 14/2026
Humnaan qabsoon godhamu Ameerikaa fi Deenmaark jidduutti hammaataa dhufe. OFM:Amajjii.14/2026.Gaaffiin Ameerikaan Giriinlaandiin naannoo mataa isii akka taasiftu haaromtee jirtu hoggantoota Deenmaarkii fi Giriinlaandii biratti mormii cimaa uumuun waldhabdee waraanaa Arkitik…
