ODUU/NEWS ADOOLESSA 23/2025
https://youtu.be/rsB8NEqbgC4?t=2 Ministira Dhimmaa Alaa US Ruubiyoo fi MM Dr Abiyyi tasgabbiifi diinagdee Itiyoophiyaafi naannichaarratti mariyatan.Ameerikaan UNESCO keessaa baate. Boorana Dhaasitti haleellaa ka'umsi 'babal'ifannaa daangaati' jedhameen lubbuun darbe. Iraan sagantaa gabbisa…
ODUU/NEEW
https://youtu.be/238MfjxBSxc?t=43 Pireezidaant Shimallis 'hayyoota' lukkuutti fakkeessanii qeequun, Bittinneessuu malee hojii hin beekan jedhan. Hogganaan wanbadee Ikkuwaadoritti qabame dabarfamee USf kenname.Itiyoophiyaan irra caalaa Hidha Haaromsaa Guddicha maallaqa Ameerikaan ijaarte,'' jechuun Doonaaldi…
ODUU/NEWS
Voolkaanoon Guddichi Ertaalee duraanii akkaan babal’achuu isaatiin dhohiinsi Voolkaanoo haaraan uummame! OFM:Adoolessa.16/2025-Naannoo Affaaritti dhohiinsi Voolkaanoo haaraan, kaleessaa eegalee dhiheenna naannoo Voolkaanoo Ertaalee duraanii fageenna kiiloo meetira 15n irratti bakkeewwan afuritti…
