ODUU 8/27

Balaa sigiga lafaa Godina Kambaatatti muudateen namootni lama du’anii, qabeennis mancaye. OFM:Hagayya.27/2025-Naannoo Jiddugala Itiyoophiyaa Godina Kambaataa aanaa Angaccaa ganda Zobeechotti balaa sigiga lafaa kiibxata halkan muudateen lubbuun namoota lamaa darbuu…

ODUU 8/27

Waraana Bilisummaa Oromoo fi Faannoo jidduutti mariin taasifamaa jiraachuun ibsame. OFM:Hagayya.27/2025-Gareen lameen walwaraansa dhaabuu fi waliigaltee walwaraanuu dhiisuu hin labsamne taasisanii jiru jechuun Africa Intelligence gabaaseera. Kanaafis mariin ifa hin…

ODUU 8/26

Dhaabbilee Barnootaa Dhuunfaa 290 keessaa sadii qofti ulaagaa guutan! OFM:Hagayya.26/2025-Dhaabbilee Barnootaa Ol’aanoo Dhuunfaa irra deebii galmaa’an keessaa sadii qofatu ulaagaa guute jedhe Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii. Abbaa Taayitichatti Hoji…

ODUU 8/26

Tiraamp Waraanni Gaazaa yeroo gabaabaa keessatti xummura argata jedhan. OFM:Hagayya.26/2025-Doonaald Tiraamp Israa’elifi Hamaas jidduutti waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka jiraatu dhiibbaa akka godhu gaafatan Bulchiinsi Beeniyaamiin Netaaniyaahuu Hamaas wajjin waliigaltee gochuun…

ODUU 8/25

Noorweeyitti Shamarreen maatii Oromoo irraa taate fi tajaajila kunuunsa daa’immaniirra hojjetaa turte ajjeefamuu miidiyaaleen biyyattii gabaasan. OFM:Hagayya.26/2025-Biyya Noorweeyitti Shamarreen maatii Oromoo irraa taatee fi tajaajila kunuunsa daa’immaniirra hojjetaa turte Dilbata…

ODUU 8/25

Moskoon Baha Afrikaa keessatti michuu tarsiimoo akkaTaanzaaniyaa hin qabu jette! OFM:Hagayya.26/2025-Doonii leenjii Smolensk qaama doonii Baaltik Raashiyaa ta’ee fi ergama leenjii fageenna dheeraa irra jirtu, daawwannaa leenjii fageenna dheeraadhaaf dhiyeessii…

ODUU 8/25

Tiraamp Loltoota Biyyaalessaa magaalota Amerikaa keessa bobbaasuu hordofee qeeqni dhagahamaa jira. ‎OFM:Hagayya.25/2025-Loltootni biyyaalessaa Ameerikaa yakka magaalota Amerikaa keessatti babal’ataa jiran akka to’ataniif Donaald Tiraamp bobbaasaniiru. Waashingitaniin kan eegalame amma gara…

ODUU 8/25

Hoggantoonni matta’aa gaafatan to’annoo jala oolafaman. OFM:Hagayya.25/2025-Hooggantoonni ‎Dhaabbata Tajaajila Qalmaa Finfinnee, tajaajila kennuuf matta’aa gaafatan lama to’annoo jala oolfaman. ‎ Daarekteera olaanaa dhaabbatichaa Obbo Sayid Indiris Kamaaliifi Itti aanaa isaanii…

ODUU 8/25

Aanaa Abee Dongorootti haleellaan Humnoota finxaaleyyii Faannootiin jabaatee itti fufe. OFM:Hagayya.25/2025-Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti haleellaan humnoota finxaaleyyii Faannoo jabaatee itti fufuun ibsame. Jiraattonni ganda Tulluu Mootii jedhamutti…

ODUU 8/25

Eeshiyaatti namoonni 586,000 akka baqatan ajajame! OFM:Hagayya.25/2025-Veetnaam obomboleettii tropical Typhoon Kajiki jedhamuun rukutamuuf qarqara irra akka jirtu ogeeyyiin haala qilleensaa biyyattii akeekkachiisan. Mootummaan namoota 586,000 akka baqatan ajajuu isaa BBCn…